IQRA • 2011 E.C.

Mul’ata & Ergama

Wiirtuun Iqra’a sirna barnoota guutuu qiraatii sirrii, seera tajwiidaa, hifzii qulqulluu fi amala gaarii irratti xiyyeeffateen dhaloota Qur’aaniin bocame qopheessuuf hojjeta.

Mul’ata

Markazni kun Qur'aana ijaan qaraasisuu, qomaan haffazuu fi dhaloota Qur'aanaa fi Sunnaa irratti guddisuu irratti xiyyeeffata.

Ergama

Ergamni keenna, Qur'aana Rabbii barsiisuu, baratuun fi qara'uun tajaajiluudha, ammas dhaloota Qur'aanaa fi sunnaa irratti jiraatu uumuudha.

Kaayyoo

01

Qur’aana haffaziisuu fi tajwiidaan barsiisuu.

IQRA • 2011 E.C.

02

Kabaja Kitaaba Rabbii barattoota keessatti uumuu.

IQRA • 2011 E.C.

03

Daa’imman Qur’aanaa fi Sunnaa irratti guddisuu.

IQRA • 2011 E.C.

04

Yeroo dargaggootaa hojii bu’aa qabuun guutuu.

IQRA • 2011 E.C.

05

Gumaacha sirreeffama hawaasaa gochuu.

IQRA • 2011 E.C.

IQRA • 2011 E.C.

Galmaa'uu fi Odeeffannoo Dabalataaf

Baga nagaan dhuftan. Iqra’an daa’imman, dargaggootaa fi maatii isaanii Qur’aana barachuu, hifzii fi amala gaarii keessatti deeggaruuf tajaajila.

Galmaa'i
WhatsAppTelegram